Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 5:6 - KITAABA WAAQA

6 Jari kaima toko d'ufe, reefa isaa woyaani mamare d'aqe awaale.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 5:6
5 Referans Kwoze  

Worri duuba Yeso fuud'e aka aada Yahudi ta hojja nama awaalani, booftani mamare qumbiifi qayya iti naqe.


Duuba reefa Absalomuni fuud'ani, boola qile toko ta badda keesa jirtu keesa buusani, d'akha iti tuulani. Worri Israeli ch'uftinu abbu worra ufiti baqate.


reefi isaa mukha suni gubba bullu himmalle. Guyyuma suni ha awaalaniti, wonti akanatiifi reefi mukha irati fannisani abaarsa Waaqa lafatini d'ufa. Reefa suni awaala, aka lafa AABBO Waaqi keesani isanii kennu int'ureesine.


Eegi saa sadifa niitiini isaa, ta waan kana tokole quba inqamne, mana olseente.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite