Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 5:21 - KITAABA WAAQA

21 Akasi d'ageennaani worri Mana Waaqa ganamaani duude nama barsiise. Jennaani Qaallicha Guddafi waheli isaa ch'ufti d'ufani, jaarole kora wolti yaamani, akasi jechaani jaarole ch'ufa ta gosa Israeli jecha; duuba nama mana hid'aansati ergani, ergattu yaamani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 5:21
16 Referans Kwoze  

Lafti bariinaani inni Mana Waaqati deebie. Nami ch'ufti gara isaa d'ufe, duuba inni tae worra barsiise.


Atini d'uga isaa taata, aka waan agarteefi waan d'ageete nama ch'ufati himtu.


Ergattuuni ta gammada qabdu kaate jaarole kora biraa yaate, waan Waaqi maro maqa Yesotiifi gaargalafi ch'eera worratiini d'ufeefi.


Ammo namichi Farisayo toko, ka Seera beekhu, ka nami ch'ufti saadu, ka Gamalieli jed'ani, kora jaarole keesati olejate, Ergattu diqo toko alati baasa jed'e.


Eegi d'ufaniini jaarole kora dura d'ad'aabani, Qaallichi Guddaani worra gaafate waan jed'eeni,


Qaallicha Guddafi nami isa woliini jiru ch'ufti, ka goli Sadukayo, guddo ergattu qot'isani,


Pilatoni waan jed'eeni, Anini gosa Yahuditi? Gosa tantetiifi qaalole gugurdoti si natiini d'ufe, atini maani yakite?


Lafti bariinaani, jaarole Yahuditiifi qaalole gugurdofi jari Seera beekhuleeni wolwoldaani, Yeso kora geesani waan jed'aniini,


Ammo waan anini amma isaniini jed'u, Nami oboleesa ufiti dalanu qorsuma argachu male. Nama oboleesa ufi arabsu kora iti baasu malani; ammalle nama oboleesa ufi tuffate, Daalle daba jed'uuni, ibida keesa buusu malani.


ammalle irreefi qarooma inni hojattu hayyuutifi jaaroleeni barsiise qajeelchu isaa kenne.


Qaallicha Guddafi jaaroleeni waan kanati naa d'uga. Anini tatabe worra ira argad'e, aka oboleyaani Yahudi ta Damaski jirtuti geesu; tanaafi anini achi d'aqe, aka nama Kara suni gula deemu hid'e Yerusalemutini d'ufu, aka achiti gaargalchani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite