Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 5:16 - KITAABA WAAQA

16 Nami hedduuni Yerusalemufi dira d'awatu Yerusalemuti yae, nama fayyad'abefi ka jinni hamtu qabu worratiini d'ufani; nama ch'ufa fayyisani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 5:16
16 Referans Kwoze  

Tanaafi daba keesani wolti himad'a, Waaqa woli kad'ad'a, aka fayyitani. Kad'achaani nama d'ugaa waan jabdu, guddo wo baati.


Harka kanke d'eerefad'u, nama fayyisi, aka akheekha waan mama maqa Hojattu tante qulqullo Yesotiini tolchani.


D'uguma waan anini isaniini jed'u, nami na d'ugefatu, huji anini tolchu innileeni intolcha, ta hagana ira jirtule intolcha, waan anini gara Abba kiyya galufi.


Gumiini waan kana d'ageennaani isa gula yaate. Inni worraani, Gadi hiiqa jed'e, waan Finna Waaqa worrati odeese, nama fayya d'abe fayyise.


Gaafa toko, ato inni nama barsiisu jiru, Farisayoofi jari Seera beekhu ka olla ch'ufa ka Galilayatiifi ka lafa Yahuditiifi dira Yerusalemule d'ufe woliini tataani.


Galgala suni nama heddu ka jinni qabu Yesotiini d'ufani duuba inni jecha tokooni jinni baase, nama d'ukuba qabule ch'ufa fayyise.


Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Lubbuuni nama toko d'ugefacha kennite, ka d'ibi ch'irruma kennitiifi;


Herodeni aka jari ilaboru d'ufe kaani isa sobe arginaani guddo dalane, nama erge ijoolle d'iira ta Bethlehemu keesa jirtuufi ta reera suni keesaa, ta ganna lama asi fit'a jed'e, aka ganna jara mirga d'ufe iraa hubate gula.


Maro waan kanatifi nama fayyad'abe sireefi itile ira ch'iifsisani karaati geesani, aka yo Petroni achi dabru gandiduni isaa worra ira baatu.


Qaallicha Guddafi nami isa woliini jiru ch'ufti, ka goli Sadukayo, guddo ergattu qot'isani,


Nami jinniini gaargalchiteleeni imfaye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite