Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 4:4 - KITAABA WAAQA

4 Taatule nami dubbi suni d'agaye hedduuni d'ugefate; nami d'iira ka d'ugefate haga kunki shani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 4:4
10 Referans Kwoze  

Nami hedduuni dubbi isaa d'ugefate batifame, nami haga kunki sadi gumiti darame.


Nami gari waan inni dubbate d'ugefate, ammo ka gari d'ugefachu dide.


D'uguma waan anini isaniini jed'u, yo gumani dargaye toko lafa bue shame male, kobuma ufi taa, ammo yo shame biqile mid'aani heddu baasa.


Tanaafi anini fulla guddinna ta hayyooti gugurdoni irre qabdu teetu isaa kenna. Waan inni fed'i ufitini jireenna ufi baase worra ch'ubbu woliini duefi. Inni ch'ubbu nama heddu fed'ate, ammalle aka ch'ubbu worra suni araaramanifi Waaqa kad'ate.


Worri na baane, AABBO Waaqa ch'alla keesa d'ugaafi jabeenni jira jed'a. Nama isa jibbu ch'ufti yo isati d'ufu ch'eera argata.


Ororooni inni namaani fidu harkaa imbuutu, lichooni hayyumaa worra isaa keesaa imbaatu, haga abbaani damoosa baasanifi d'ufe isa durati gajed'ani saalfatanifiiti.


Waaqa faarsani, biyyiti ch'ufti worra jaalatte. Guyya ch'ufa Aabbooni nama baafamu gumiti dare.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite