16 Worra kana maani tolchina? Nami Yerusalemu keesa jiru ch'ufti aka worri kuni waan mama kana tolche quba qaba, nu dandeenne imorminu.
Ammo Lubbuuni Waaqa jabeenna isaa kennite, Stefanoni morku dad'abani.
Wonti biyyiti fuula keesa isa yaateefi waan akheekha inni tolche d'ageeteefi.
anati afaanifi qalbi isanii kenna, ta nyaapi keesani tokoleeni dandae morkeeni intufanne.
Gaafasi namicha nami ch'ufti beekhu tokoti jira, ka Yeso Baraba jed'ani.
Korbeesi kaani aka takaa inargini kiyyibe ufi d'aade, ammo eegi guddo jabaate gaafa isaa kaani ch'absani. Fulla inni iraa ch'abe taani gaafi afuri, ka guddo mullatu, ka kamu fuula gama gama deefatu, gadi yae.
Ato anini waan kana tae heregu, korbeesi toko gara ila aduti bariisa d'ufe. Gaafi isaa toko, tokochi sunileeni jiddu ila eja.
Worri waan jed'eeni, Nami tokoleeni huji nu inqorre. Inni waan jed'eeni, Yoosi isanileeni d'aqa, oobru tiyya keesa hojad'a.