Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 3:9 - KITAABA WAAQA

9 Nami ch'ufumaanu isa deeme Waaqa faarsu arginaani,

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 3:9
5 Referans Kwoze  

Duuba kori kaani maro nami ch'ufti waan argeefi Waaqa faarseefi, waan worra tolchu d'abe iti seere galakise.


Worra kana maani tolchina? Nami Yerusalemu keesa jiru ch'ufti aka worri kuni waan mama kana tolche quba qaba, nu dandeenne imorminu.


Biyyiti waan Pauloni tolche arginaani qonqo olfud'atte, afaani Likaoniatiini waan jette, Waaqooti hedduuni ya nama fakaate nuti gadi buute!


Akasi jennaani nyaapi isaa ch'ufti ch'eere; gumiini ch'ufti waan dansa inni tolcheefi gammadde.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite