Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 3:7 - KITAABA WAAQA

7 Petroni harka mirgicha isaa qabe oli kaase. Hojuma suni faanafi koometuuni isaa jabaatte,

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 3:7
9 Referans Kwoze  

Inni gara isi d'aqe, harka qabe olkaase. Qannooni isi iraa galte, isiini worra gololchite.


Inni harka isii qabate olfuud'e, gumi qulqullofi nad'eeni d'iirsi iraa due yaame, isi jirtu worrati kenne.


Ammo Yesoni harka isaa qabe, olfuud'e jennaani inni kae.


Harka isii qabe, waan jed'eeni, Talitha, kumi, akasi jechaani, Intala, anini kai siini jed'a jecha.


Harka isi ira kaye, isiini hojuma suni olejatte Waaqa faarsite.


Petroni waan jed'eeni, Shilingifi worqi sii kennu inqabu, ammo waan qabu sii kenna: maqa Yeso Kristo ka Nazaretitiini kai deemi.


inni olch'ee ejate deeme. Jennaani worra woliini Mana Waaqa seene, olch'ech'ee Waaqa faarse.


Yo isani guyya kana waan huji dansa ta nu tolchine, namicha naafa kana fayyimne nu qortani,


Worra kana maani tolchina? Nami Yerusalemu keesa jiru ch'ufti aka worri kuni waan mama kana tolche quba qaba, nu dandeenne imorminu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite