Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 3:23 - KITAABA WAAQA

23 Nama waan raagi sunini jed'u inch'aqamne gumi Waaqa keesaa baasani balleesani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 3:23
15 Referans Kwoze  

Inni maqa kiyyaani dubbata, aninileeni nama isa ch'aqasu didu dubbi iraa qaba.


Nami na dide dubbi tiyya imfud'anne, nama iti muru toko qaba. Dubbi anini jed'e suniti guyya muumme wollaala iti mura.


Nama maqa isaa kitaaba worra jiru keesati int'aafiini ch'ufa galaana ibida keesa buusani.


Eegad'a duuba, nama dubbatu ch'aqasu indidiina. Yo worri gaafa inni lafa keesati dubbate ch'aqasu dide imbaafamini, nuleeni dandeenne imbaafamnu, yo ka gubba nuti dubbatu ch'aqasu dinne.


Nuu nama garagale baduuniti. Ammo nu d'ugefacha qamna, inuma baafamna.


Nami lafa jiru ch'ufti isa guddisa, akasi jechaani, nama ch'ufa ka maqa isaa, ato lafti inuumamiini, kitaaba jireenna ta Ilme Hoola ta ijeesani keesati int'aafiini jecha.


akamiini dandeenne baana, yo nu baafama akana kana injabeesine? Aabbooni baafama kana qara yayu hime, worri isa d'agaye, aka isiini d'uga aka dansa nu beesise.


Wonti anini, Isaniini daba keesani keesati dootani jed'eefi tana. Ammalle isani daba keesani keesati inuma dootani, yo aka anini d'uguma Isuma d'ugefachu diddani.


Nami d'ugefate batifamu imbaafama, ammo ka ind'ugefanne wollaala iti murani.


Nma guyya suni sagale soorate deebiani gumi Waaqati inheregani.


Nami hedduuni dubbi isaa d'ugefate batifame, nami haga kunki sadi gumiti darame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite