21 Inni gubba tau male, haga waan ch'ufa hareesa tolchaniiti, akuma Waaqi afaani raagoota isaa qulqullotiini duri hime.
uumama ch'ufaa guyya toko tissooma shama keesaa baasani, balchooma dansa ka ilmaani Waaqa qabdu argata.
Jari kaani waan jed'e, D'iiro, worra Galilaya, isani maafi ejaanjitani gubba ilaaltani? Yesoni kuni, ka isani bira gubbati oldeebie, akanuma eegi tana deebia, aka isani isa gubba deemu argitani kana.
Anini worra isani fidufi ka isani gorsu, akuma duri isanii kenne kaani isanii kenna. Duuba Yerusalemule dira d'uga jabeesu, jed'aniini.
Jennaani malaikaani waan naani jette, Dubbini tunini ta d'ugaati, ta d'ugefachu malani. Aabbo Waaqi, ka Lubbu ufi raagoota ufiti keenne, malaika ufi erge, aka hojattu ufi waan d'iotu taha agarsiisu.
Wonti inni haguma duriiti afaani raagoota isaa qulqullotiini jed'e tana:
Dubbi raagooti qulqullooni duri jetteefi ammalle seera Aabboofi Qarqaarsi harka ergattu isatiini isanii kenne qaabad'a.
Wonti akanatiifi dubbini fagiisaa tokoleeni taka fed'i nama keesaa imbaane, ammo Lubbu Qulqulloti nama dubbachiise, ato nami dubbi fulla Waaqati d'ufte dubbatu.
Raagi ch'ufti isa d'ugeesa, aka maro maqa isatiifi nami isa d'ugefatu ch'ufti araarama argatu.
Gammada, maro badi isaatiifi, Ee Gubba! Gammada, worra Waaqatiifi ergattufi raagoota! Waaqi ya maro waan inni isani tolcheefi isa qore!
Tanaafi daba iraa deebia, Waaqaati fuula deefad'a, aka inni daba isani iraa d'iqu,
jabeenni Lubbu Qulqullo Aabbo iraa d'ufa innileeni Yeso Kristo ka qara isanii fohate erga.
Duri Waaqi maro heddufi aka heddu afaani raagootatiini ababoota teennati dubbate,