2 Nama toko ka haguma d'alate miili naafateeti jira. Guyya ch'ufa isa fuud'ani, fulla balbala Mana Waaqa ta mid'aadu jed'ani kayani, aka inni nama Mana Waaqa seenu hori kad'atu.
Fulla Listra nama tokoti jira, ka haga d'alate dandae olinkaane, ka miili naafa.
Ollafi nami duri isa wo kad'atu arge waan jed'e, Namichi kunini ka duri tae wo kad'atu kaaniiniti?
Ammalle namicha hiyyeesa toko, ka Lazaro jed'ani, ka nafi isaa ch'ufti mamadaa qabu balbala isaa dura kayani,
Waan naani jed'e, Kornelio, kad'acha tante ya d'agayani, ammalle aki atini biyya wo kennitu la fuula Waaqa dura gahe, akasiini amma ya si qaabatani.
Yesoni Yerikoti d'iaannaani namichi ballaani toko d'aatu kara tae wo kad'ate.
Inni isi arginaani rifate waan jed'eeni, Maal, Aabbo? Isiini waan jetteeni, Kad'acha teetiifi waan atini maro Waaqatiifi namaa kennitu ya fuula Waaqa durati si qaabatani.
Namichi fayyisani kaani ganni isaa afurtama ira jira.
aka inni nama balbala Mana Waaqa ta Mid'aadu jed'ani dura tae woi kad'atu beennaani, waan inni tahe kana guddo mamani maadefatani.