Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 3:16 - KITAABA WAAQA

16 Jabeenna maqa isati namicha naafa kana fayyise. Waan isani argitani d'ageettani kana jabeenna maqa isaatiini tolchani. D'ugefacha inni Yeso d'ugefateti namicha kana isani durati fayyise.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 3:16
21 Referans Kwoze  

Inni Paulo dubbatu d'ageennaani, Pauloni isa sonaani ilaale, aka inni d'ugefacha fayyifamuuni qabu arge,


isaniini ch'ufti beekhu maltani, ammalle gochiti Israeli ch'ufti hubachu malte, namichi kunini jabeenna maqa Yeso Kristo Nazareti, ka isani ijeeftani Waaqi duisa keesaa kaaseeni fayya ufitiini isani dura eja.


Petroni waan jed'eeni, Shilingifi worqi sii kennu inqabu, ammo waan qabu sii kenna: maqa Yeso Kristo ka Nazaretitiini kai deemi.


Guyya heddu isiini akasuma tolchite. Ammo Pauloni lalefate isiti mich'irame waan jed'eeni, Anini maqa Yeso Kristotiini, Isi keesaa bahi siini jed'a jed'e. Hojuma suni jinniini taani isi keesaa baate.


Yesoni ufira garagale, isi arginaani waan jed'eeni, Intala, garaa jabaad'u, d'ugefachaani tante la si fayyifte. Hojuma suni fayyite.


Ato anini guddo hasau beekhe, qalbi ch'ufa qabaad'e waan d'ossani ch'ufa beekhe d'ugefacha gaara buqiftu qabaad'e, ammo jaalala inqamne, anini woma keesa injiru.


D'uguma waan anini isaniini jed'u, nami na d'ugefatu, huji anini tolchu innileeni intolcha, ta hagana ira jirtule intolcha, waan anini gara Abba kiyya galufi.


Petrofi Yohana jiddu worra keesa d'aabani waan jed'aniini, Humna tamiini yokhaani maqa eenutiini waan kana tolchitani?


inni olch'ee ejate deeme. Jennaani worra woliini Mana Waaqa seene, olch'ech'ee Waaqa faarse.


AABBO Waaqi jaba aka d'akha, ka wonti inni tolchu ch'ufti d'uga. Inni Waaqa d'uga, ka d'ugeefatani, ka qajeelafi d'ugaa tolchu.


Harka kanke d'eerefad'u, nama fayyisi, aka akheekha waan mama maqa Hojattu tante qulqullo Yesotiini tolchani.


Yo nami guyya Sabato qabanqaba qabate, aka aada Musa inch'absine, isani maafi nati dalantani, waan anini nama toko guyya Sabato aka dansa fayyiseefi?


Waaqi maro Yeso Kristo d'ugefataniifi nama ch'ufa d'uga heregaafi. Waaqi nama Kristo d'ugefate ch'ufa waan kana intolcha woldabraani injirtu:


Yesoni, Kooti jed'eeni. Duuba Petroni hobolo keesaa bahe, bisaani gubba gara Yeso d'aqe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite