Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 28:7 - KITAABA WAAQA

7 D'awatu suni, oobru nama gudda lafa suniti jira, ka maqaani isaa Publio. Inni nu bulche haga guyya sadi nu keessuma isaa taane.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 28:7
10 Referans Kwoze  

Worri lafa suni guddo nuu qarqaare nu nahe, ibida nuu bobeese, maro d'aamocha bokayatiifi.


Fardoole Pauloni yaabatule kurfeesaafi, nagayaani harka jaallaba Felikiti kenna.


Gaafa Galioni jaallaba Akafa, Yahudiini Paulo qabde fulla qorsuma geesite


Inni jaala hayyu lafa suni, ka Sergio Paulo jed'ani, nama guddo qalbi qabu. Hayyuuni Barnabafi Saulo yaame, aka dubbi Waaqa d'agayu.


Worri waan harki isaa itae yokhaani inni maro tokotu lafa d'ae duu sehe. Ammo worri guddo eege, aka inni woma intahiini arginaani heregi worraa garagale, Inni Waaqa jed'ani.


Abbaani Publio fayya d'abe qannate d'iiga albahe. Pauloni fulla isaa olseene Waaqa kad'ate, harka isa ira kaye isa fayyise.


ammalle duri huji dansa hojatte gurra dansa qabaachu malte: niiti ijoolle ufi aka dansa guddifatte, keessuma gololchite, miila gumi Waaqa d'it'e, nama gaargala qabu qarqaarte, ufi baafte, huji dansa ch'ufa hojatte ha taatu.


Keessuma bulcha. Nami gari akasi tolchinaani, ato imbeekhiini, malaika bulche.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite