Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 28:10 - KITAABA WAAQA

10 Worri guddo wo nuu kenne, guyya nu kaanele worri waan nu feenu ch'ufa nuu kenne.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 28:10
15 Referans Kwoze  

Nu nama nu faarsu, isanifi nama d'ibile imbarbaanne,


Waaqi kiyya, durooma Kristo Yeso keesa jiru ch'ufaani waan isani feetani ch'ufa isani kenna.


Ezrani waan jed'e, AABBO, Waaqa ababoota teenna, ha faarsani inni yayu hayyicha waan dansa qaabachise, aka inni akanaani Mana Waaqa ka Yerusalemu mid'aasu.


Jennaani Hazaelini gaala afurtama waan dadansa dira Damaski keesaa argatani ch'ufa iti fayye, gara Elisha d'aqe. Hazaelini isaani bahe jennaani inni waan jed'eeni. Ilmi kanke hayyu Benhadadini na erge, beeni, Elisha aka anini d'ukuba fayyu AABBO Waaqa naa gaafad'i nani jed'e.


ka nama Waaqi didu tufate, nama Waaqa sodaatu ulfeesu ka ato haga fed'u gaargalele kakhu ufii illakimne,


Waan kana tolchinaani nami fayyad'aba qabu, ka lafa suni keesa jiru ch'ufti d'ufe fayye.


Eegi jia sadii nu hobolo toko ta Iskanderiatini kaane, ta haga bara d'aamocha lafa suni keesa teete; maqaani isii Waaqoota lakolee jed'ani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite