Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 27:24 - KITAABA WAAQA

24 waan naani jette, Paulo, insodaatini, atini Kaisari dura ejachu malte; ammalle ilaali, Waaqi nama si woliini yau kana ch'ufa ya sii kenne.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 27:24
35 Referans Kwoze  

Halkani lameeso Aabbooni isa bira ejate waan jed'e, Garaa jabaad'u, akuma Yerusalemu keesati na d'ugeesite suni, Rumile keesati na d'ugeesu malte.


Nama nafa ijeese ammo lubbu woma tolchu indandeenne insodaatiina; ammo nama nafafi lubbu ibida keesa buusu dandau sodaad'a.


Tanaafi daba keesani wolti himad'a, Waaqa woli kad'ad'a, aka fayyitani. Kad'achaani nama d'ugaa waan jabdu, guddo wo baati.


Ammo Aabbooni waan isaani jed'e, Beeni d'aqi, anini yayu isa fohad'e, aka inni maqa kiyya gosa d'ibiifi hayyootafi ijoolle Israelile durati odeesu.


Gaafa Waaqi lafa Sodomafi Gomora balleese suni, inni Abrahamu qaabate Lutule nagayaani achi keesaa baase.


Isa arginaani anini miila isati jige, akuma waan due tahe. Ammo inni harka mirgicha nara kaye waan naani jed'e, Insodaatiini! Anini ka qaratiifi ka eegeeti.


Nami hobolo suni keesa jiru nama haga d'ibba lamatifi torbaatami jaati.


Elishani waan jed'eeni, Insodaatini, nama gama keennati ka worraa ira jira.


Eegi suni Abramuuni qonqo AABBO Waaqa ta daayya keesa iti d'ufte d'agaye. Qonqooni suni waan jette, Abramu, insodaatini, anini wonte sii tahe waan guddo sii tolcha.


Anini ilmaani guddo sii kenna, ta gosa guddo taatu. Anini si eebise maqa dansa sii kenna, aka maqa kanketiini namaa eebisani.


ammo jari imbeenne ha baofi ch'ach'aba hoboloti qanch'orfatu, jed'e. Akanaani nami ch'ufti nagayumaani lafa gahe.


Yo anini wollaala qabaad'e yokhaani waan duu maleefi tolche, anini duisa indidu. Ammo yo wonti na himataniifi kunini injirre, nami tokoleeni dandae harka worrati na inkennu. Anini Kaisari kad'ad'a.


Eegi waan kana Pauloni aka Makedoniafi Akaya keesa dabre Yerusalemu d'aqu kutate waan jed'e, Yo achi gahe, Rumile d'aqu male jed'e.


Yesoni waan jed'e, Saatiini guyya toko kud'ani lamayu? Nami guyyaani deemu ingufatu, waan inni ifsa adu arguufi.


Maro tiyyaafi hayyootafi jaallaba durati isani hirkisani, aka worraafi gosa d'ibile durati d'ugeesitani.


Worri Israeli ka hafe fit'eesa AABBO Waaqi gosa hedduti ergu yokhaani ebele mid'aaniti roobdu fakaata. Ammalle worri suni Waaqa male nama inheregatu.


Eliyaani waan isiini jed'e, insodatini, beeni, sagale tante d'aabad'u, ammo qara qit'a diqa toko naa d'aabi, natiini kooti. Duuba waan hafe siifi ilmi kanke d'aabad'a.


Anini Waaqa, Waaqa abba keetiti; lafa Misiri d'aqu insodaatini; achiti gosa guddo si tolcha.


Duuba guddaani mana hid'aansaa kaani waan Yusufuti lakise tokole ira imbaane, wonti akanatiifi AABBO Waaqi Yusufu woliini jira, waan inni tolche ch'ufa keesati kayo kenneefi.


Haga guyya suniti asi AABBO Waaqi Yusufu jed'e worra namicha Misiri sunifi waan inni manafi oobru keesa qabu ch'ufa eebiseefi.


Ammo Labaniini waan jed'eeni, Anileeni jecha toko qaba; anini ya faalaani arge aka AABBO Waaqi sii jed'e na eebise na horsiise.


Jennaani Danielini gara Arioko, namicha huji fit'aansa worra qaqaro Babiloni hayyuuni iti kenne kaani d'aqe waan jed'eeni, Jara suni infit'ini; gara hayyu na geesi, anini oobju isaa iti hima.


Pauloni waan gudda askartitiifi askartiini jed'e, Yo worri kunini hobolo keesa tae male, isani bahu indandeetani.


Askartiini nama hid'aansa keesa jiru fit'u feete, aka worri bisaani daakhatte imbaqanne.


Ammalle fulla bulti naa tolchi, anini inheregad'a, hegeri Waaqi kad'acha teesani d'agayeti harka keesaniti na deebisa.


Nami maro ch'ubbu tanteetifi gaargala argatu nama aka kanketi, yo waan dansa tolchitele nami qarqaarsa argatu isuma.


na jalaa owaate, insodatini nani jette.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite