Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 26:30 - KITAABA WAAQA

30 Jennaani hayyufi jaallabafi Bernikefi worri isaani woliini jiru ch'ufti olkakae.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 26:30
4 Referans Kwoze  

Ammo waan atini hereddu d'agayu imfeena, waan fulla ch'ufati aada atini gula deemtu tana nami ch'ufti hameenna isii dubbattufi.


Boriyya Agripafi Bernikeni woya hayyuma naqatani ulfinna guddaani shumootaafi jara gugurda dira suni woliini fulla dubbi iti d'agayani olduudani. Jennaani Festoni nama erge Paulo yaame gadini koota jed'e.


Ammo yo waan dubbitiifi maqafi waan seera keesani ch'allaa taate, isanumaani ilaalad'a. Anini waan akana kana inqoru jed'e.


Eegi worri kakae, woliini hasaani waan jed'ani, Namichi kunini waan duisatiifi ka hid'aniifi tokole intolchine.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite