Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 26:13 - KITAABA WAAQA

13 saa jaa ka guyya, ee hayyicha, anini ifsa gubba nati ifsu, ka adu ira ifsu, kara keesati arge, ka naafi jara na woliini yauti ifsu.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 26:13
10 Referans Kwoze  

Worra durati jijirame, fuuli isaa aka adu ifse, woyaani isaa aka ifsa adaatte.


Diri ifse adutiifi jia imfed'u, waan guddinni Waaqa iti ifse, Ilmeeni Hoolaleeni ifsa taatuufi.


Inni urji torba harka mirgicha qaba, aflameedi qara qabduti afaani isaa keesa jira. Fuuli isaa aka adu guyya gudda ifsa.


Anini Damaskiti d'iaannaani, guyya gudda, adu saa jaa, ifsaani toko nati ifse.


Ato inni kara deemu, Damaskiti d'iaannaani, ifsaani gubbaa bahe isati ifse.


Jii akuma adu ifse, aduuleeni haga duri kaani ira maro torba ifsiti; akanaani ifsaani guyya toko ifsa guyya torba fakaata. Hojja AABBO Waaqi dirmamufi mada gumi isaa hid'e, fayyisu wonti kunini ch'ufti taati.


Jii dukanae aduuleni ifsu diddi; wonti akanatiifi AABBO Waaqa guddati Yerusalemu keesa gaara Sioni irati nama fide, jaaroleleeni guddinna isaa agarti.


Worri na woliini jiru ifsa arge male, qonqo naani dubbattu ind'ageenne.


Tanaafi ato anini tatabe jaarole gugurdo harkati qabad'e Damaski deemu,


Nuuni ch'ufti lafati jinnaani anini qonqo toko ta afaani Ebraniatiini naani dubbatu d'agaye, ta Saulo, Saulo maafa na gaargalchita? Atini ka aka qotiyo ule nama oofu d'iitu, teete, d'ugaa d'iitu ufuma ufi balleesita naani jettu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite