Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 25:7 - KITAABA WAAQA

7 Eegi inni d'ufe, Yahudiini Yerusalemu d'ufte isa bira ejatte waan jabdu hedduuni Paulo himatte, ammo waan tokole ta d'uga fakeesa d'abani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 25:7
16 Referans Kwoze  

Waan na himatani kana tokole d'uga inqabani.


Festoni waan jed'e, Hayyu Agripafi worra arra arma nu woliini jirru: isani nama kana inargitani, ka gumiini Yahudi ch'ufti Yerusalemufi armaleti na kad'atte, Inni jiraachu himmalle jette iyite.


Qaalole gugurdofi jari Seera beekhu bira ejaanjani, dubbi jabduuni Yeso himatani.


Himacha iti kaani waan jed'ani, Namichi kunini gosa teenna yake damoosa Kaisari imbaasina jed'e, Ammalle isaa, anini, hayyu ufiini jed'u d'ageenne.


Nyaapa suni ka d'araani had'e na balleesuu fed'u nati illakisiini.


D'iiro, gosa Israeli, nu qarqaara! Namichi kunini sunuma, ka nama ch'ufa fulla ch'ufati barsiisu, aka gosafi Seerafi Mana Waaqaa kana tuffatani. Ammalle nama gosa Griki Mana Waaqa kanaani d'ufe, fulla qulqullo tana t'ureese.


Nami ch'ubbu qabu d'araani na himate waan hamtu anini imbeenne keesa na buusa.


Jennaani Hamaniini waan hayyichaani jed'e, Gosa tokoti jira, lafa atini fiddu keesa, ta arda ch'ufa keesa jirtu. Gosa suni aadaani worraa aada gosa taani ch'ufa iraa gorti. Ammalle worri seera hayyu inguutu, tanaafi atini waan worra suni obsu himmalle.


aka atini waan duri ababooti tante t'aafte olkeete ch'ufa laaltu. Yo laalte, atini aka diri kunini haguma duriti hayyufi worra gugurda lafa mohatu ch'ufa dide gaargalchu inagarta. Nami isaaleeni haguma duriti waan nami dandauniti, durile qara tanaafi dira kana balleesani.


Jennaani Farisayoofi jari Seera beekhu Yerusalemu bahani gara Yeso d'ufani waan jed'aniini,


Worri dubbi baafama namaa kennitu aka gosa d'ibiti hasoomnu nu d'owu fed'e. Dabi worri guyya ch'ufa tolchu la ammatana muumme bahe. Amma eege dalansuuni Waaqa ya worra d'aqabde.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite