Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 25:19 - KITAABA WAAQA

19 Wonti worri wolmormu waan aada worraa toko, ammalle waan namicha due toko, ka Yeso jed'ani, ka Pauloni, Injira jed'u.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 25:19
14 Referans Kwoze  

Aka worri waan seera ufitiifi isa himatani arge, ammo waan isa ijeesu malaniifi yokhaani waan isa hid'u malaniifi tokole ingarre.


Ammo yo waan dubbitiifi maqafi waan seera keesani ch'allaa taate, isanumaani ilaalad'a. Anini waan akana kana inqoru jed'e.


Anini ka jiru! Duri la due ammo amma haga hegerile injira. Fura duisatiifi ka awaalale harkaa qaba.


Eegi inni d'ufe, Yahudiini Yerusalemu d'ufte isa bira ejatte waan jabdu hedduuni Paulo himatte, ammo waan tokole ta d'uga fakeesa d'abani.


Worri Efeso d'umnaani, Pauloni worra achiti lakise. Ammo ufii mana Waaqa iti kad'atani seene Yahuditi hasae.


Inni ya guyya tolfate, aka nama lafa jiru ch'ufa d'ugaani qoru, nama inni fohateeni. Inni ya nama kana duisa keesaa kaase, waan kana kara kanaani nama ch'ufaa d'ugeese.


Waaqi ya Yeso kana duisa keesaa kaase, nu ch'ufti d'uga waan kanaati.


Worri isa himatu olejanje, ammo aka anini qara sehe diqole inhimanne.


waan atini aadafi gaafacha Yahudi ch'ufa guddo beetuufi. Tanaafi anini si kad'ad'a, aka atini obsite na ch'aqaftu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite