Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 24:9 - KITAABA WAAQA

9 Yahudiini ch'ufti wold'ate, Himachaani tunini d'uga jette.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 24:9
13 Referans Kwoze  

Worri dubbi baafama namaa kennitu aka gosa d'ibiti hasoomnu nu d'owu fed'e. Dabi worri guyya ch'ufa tolchu la ammatana muumme bahe. Amma eege dalansuuni Waaqa ya worra d'aqabde.


Abbaani keesani Sheet'ana, ammalle d'araa abba keesani tolchu feetani. Inni haguma duriiti nama ijeesa, d'ugale woma ira inqabu, waan d'ugaani isa keesa injirreefi. Yo inni d'ara dubbate akuma ufi dubbata; wonti akanatiifi inni kiyyiba, abba d'araati.


Isani d'iiro, haga yoomi na arabsu lakiftani? Isani haga yoomi waan woma keesa injirre jaalattani waan d'ara gula yau lakiftani?


Ammalle Lisiani seera baase, aka nami isa himatu si dura d'ufu. Yo atini namicha kana wo gaafate, dandeete waan nu isa himannu kana ch'ufa isa irati ingarta.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite