Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 24:15 - KITAABA WAAQA

15 Akuma worri Waaqa abdatu, anileeni akasuma abdad'a, aka nama ch'ufa, hamafi dansale, duisa keesaa kaasani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 24:15
16 Referans Kwoze  

Nami hedduuni ka qara due inkaa: ka gari jireenna ind'umanne argata, ammo ka gari ch'eera ind'umanne argata.


Ayyaanafi gammada worra kaisa qara kana keesa qooda qabuuti. Doti lameeso dandeete worra indabsattu, worri qaalole Waaqatiifi ta Kristo tahe, isa woliini haga ganna kunki tokoti lafa fida.


Inni nafa keenna lalaafa garagalche, aka nafa isaasaa ka guddinna, tolcha, irre inni waan ch'ufa harka ufi jalati deefatuuni.


anini worra durati olkae jennaani jed'e male. Wonti na qoraniifi maro anini kaisa nama due d'ugefad'uufi na qorani.


Worra kana gara gaargala ind'umanne ergani, worra d'uga gara jireenna ind'umanne ergani.


yoosi eeba argatta; wonti akanatiifi worri waan si deebisu inqabu. Waan suni ch'ufa guyya kaisa jara d'uga si deebisani.


Marthani waan jetteeni, Anini imbeekha aka inni guyya kaisa muumme kau.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite