Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 23:33 - KITAABA WAAQA

33 Kaisaria d'umnaani tatabe jaallabati kennani Paulole isa dura geesani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 23:33
7 Referans Kwoze  

Eegi nu Rumi seenne, aka Pauloni mana ufi keesa tau, askarti isa eedu toko woliini, ee jed'ani.


Klaudio Lisia, gara jaallaba dansa Feliki: Nagaya qabda?


Ammo Filipo lafa Azototi argani; inni keesa deeme, dira ch'ufa keesati Odu Dansa odeese, Kaisarini bahe.


Eegi guyya shani Ananiani, Qaallichi Guddaani, jaarole woliini d'ufe, nama Paulo himatu toko, ka Tertulo jed'ani woliini. Duuba waan Paulo himataniifi jaallabati hasaani.


nu guyya ch'ufa fulla ch'ufati waan nu waan kana arganneefi galata sii deebimna.


Eegi worri guyya heddu achi tae, Festoni waan Paulo hayyuti hasae waan jed'eeni, Namicha tokoti jira, ka Felikini hid'aansa keesati lakise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite