Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 23:2 - KITAABA WAAQA

2 Qaallichi Guddaani, ka Anania jed'ani, worra isa bira ejaanjuuni, Afaani keesa d'aa jed'e.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 23:2
9 Referans Kwoze  

Akasi jennaani askartiini isa bira ejitu toko Yeso d'abanaafte waan jetteeni, Ati akami qaallicha guddati akana dubbatta?


Eegi guyya shani Ananiani, Qaallichi Guddaani, jaarole woliini d'ufe, nama Paulo himatu toko, ka Tertulo jed'ani woliini. Duuba waan Paulo himataniifi jaallabati hasaani.


Isani worri Yerusalemu, duula keesani wolti baasa! Ya marsani nu had'ani! Hayyu Israelile ya d'abanaasani!


Jennaani raagi Zedekiani Mikaya d'abanaase waan jed'eeni, Lubbuuni Waaqa yoomi na bira deemte sini dubbate?


Hanch'ufa fuulati tufani d'aanani; worri isa d'abanaase


nama yaame, Namicha kana d'aana, d'aatu fullo Benjamini ta Mana Waaqatini olisenaniti jabeesa hid'a jed'e.


Jennaani raagi Sedekiani Mikaya d'abanaase waan jed'eeni, Lubbuuni Waaqa yoomi na biraa deemte sini dubbate?


Biyyiti na goyeesite, na marsite, fuula keesa na d'oofti.


Yesoni waan jed'eeni, Yo anini waan hamtu dubbad'e, waan hamtu suni d'ugeesi; ammo yo anini waan dansa dubbad'e maafi na d'abanaafta?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite