Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 23:18 - KITAABA WAAQA

18 Askartichi isa fuud'e, gara gudda askarti isa geese waan jed'eeni, Pauloni, namichi hid'aansa keesa jiru kaani, na yaame, Kaima kana gara gudda kanketi geesi naani jed'e; inni dubbi jabdu ta siini jed'u qaba.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 23:18
11 Referans Kwoze  

Maro waan kanatifi anini Pauloni, ka maro Kristo Yesotiifi hid'ani, isani gosa d'ibiti Waaqa kad'ad'a.


Ammo waan anini si jaalad'uufi, wo si kad'ad'a. Anini waan kana ato Paulo nama maro isaatiifi hid'aansa keesa jiru taatele, inuma jed'a.


Anini ka maro anini Aabbo hojad'uufi na hid'ani, isani kad'ad'a yaamicha Waaqi isani yaame gula yaa.


Eegi guyya sadi Pauloni jara gugurda Yahudi wolti yaame. Worri wolwoldeennaani inni waan worraani jed'e, Oboleyaani, ato anini waan biyya yokhaani aada ababoota teenna tokole iyakini, na hid'ani, Yerusalemu na fuud'ani, harka gosa Rumiti na kennani.


Aka nu lafa Taliana hobolooni deemu buufannaani worri Paulofi nama hid'aansa keesa jiru d'ibile harka namicha gudda askarti toko ka Yulio jed'aniti kenne, Yulioni gumi askarti Rumi ta askarti hayyu jed'ani keesa guddinna qaba.


Saa jaa ka halkani Paulofi Silani Waaqa kad'atani sirbani, nami hid'aansa keesa jiru ch'ufti worra d'agaye.


Yesoni waan jed'eeni, Simoni, anini dubbi toko ta siini jed'u qaba. Inni waan jed'e, Aabbo, maal?


Jennaani askartiifi namicha gudda worraatiifi hojattuuni Yahudiini ergite Yeso qabde hiite.


Pauloni askarticha toko yaame waan jed'eeni, Kaima kana gara gudda askarti geesi. Inni woi iti himu fed'a jed'eeni.


Guddaani askarti harka qabe, fulla nami injirre isa geese. Maani nati himu feeta? jed'e gaafate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite