Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 23:17 - KITAABA WAAQA

17 Pauloni askarticha toko yaame waan jed'eeni, Kaima kana gara gudda askarti geesi. Inni woi iti himu fed'a jed'eeni.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 23:17
8 Referans Kwoze  

Nami wo beekhu, yo d'iba iti d'ufu argu, duraa gora, ammo nami woi imbeenne d'iba kana keesa seene eege ufii gaaba.


Jennaani inni jara gugurda askarti lama yaame waan jed'eeni, askarti d'ibba lamatifi nama fardaa torbaatamafi nama worraani ka d'ibba lama ka Kaisaria yau kurfeesa aka worri saa sadi ka halkani yau.


Guddaani askarti akasi d'ageennaani d'aqe gudda ufiti hime waan jed'e, Atini maani tolchu feeta? Namichi kunini gosa Rumiti.


Kuno, anini aka ilmoole hooliye jiddu yaiti isani erga. Tanaafi aka bofa qaro taha, ammalle aka sabaliisa nagayaani taa.


Jennaani askartiifi namicha gudda worraatiifi hojattuuni Yahudiini ergite Yeso qabde hiite.


Ammo ilmi oboleeti Paulo dubbi tana d'ageennaani mana askarti olseene Pauloti hime.


Askartichi isa fuud'e, gara gudda askarti isa geese waan jed'eeni, Pauloni, namichi hid'aansa keesa jiru kaani, na yaame, Kaima kana gara gudda kanketi geesi naani jed'e; inni dubbi jabdu ta siini jed'u qaba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite