26 Guddaani askarti akasi d'ageennaani d'aqe gudda ufiti hime waan jed'e, Atini maani tolchu feeta? Namichi kunini gosa Rumiti.
Yahudiini nama kana qabde diquma inijeesiini. Anini askarti woliini d'ufe isa baase, aka inni gosa Rumi d'ageennaani.
Jennaani jari sila isa himsisu maro tokotu isa biraa yae. Guddaani askartileeni, aka Pauloni ka inni sibiilaani hid'e gosa Rumi d'ageennaani sodaate.
Jennaani askartiifi namicha gudda worraatiifi hojattuuni Yahudiini ergite Yeso qabde hiite.
D'aanicha isa hiinaani Pauloni, waan namicha isa bira ejuni jed'e, aki isani nama gosa Rumi ka wollaala iti imurini d'aantani fullaa?
Guddaani askarti d'ufe waan Pauloni jed'e, Ila, atini gosa Rumiti? Pauloni, Ee jed'e.