Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 22:24 - KITAABA WAAQA

24 guddaani askarti aka mana askartitiini Paulo d'ufani hime, ammalle aka lichooni isa d'aanani mure, aka inni waan worri Pauloti iyeefi beekhu.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 22:24
11 Referans Kwoze  

Moromaani aka taka inargiini d'umnaani guddaani askarti waan worri Paulo qabe gargari tarsaasu sehe. Tanaafi askarti iti erge, aka isiini gadi buute harka isaani keesa irreeni isa fuute mana ufiti isa galchitu.


Gumi keesa nami gari aka toko iye, ka gari aka d'ibi iye. Hubachu dad'amnaani, Fulla askartiini bultu geesa jed'e.


Jennaani Pilatoni Yeso fuud'e, Lichooni d'aana jed'e.


Nad'eeni d'ugefachaani nama iraa due, ka duisa keesaa kaasani, argatte. Nami gari, Nu galakisa jechu dide, duuba gaargalchani ijeesani, aka jireenna ira dansati kaasani.


Yahudiini nama kana qabde diquma inijeesiini. Anini askarti woliini d'ufe isa baase, aka inni gosa Rumi d'ageennaani.


Ammo Pauloni waan worraani jed'e, Worri biyya durati, nuu gosa Rumi d'aane, ato wollaala nuti imurini hid'aansa keesa nu kaye! Ammalle ammatana akanumati nu lakisu fed'a? Hiyyo, worri ha d'ufe keesaa nu yaasuuti.


Ato mana askartiti geesanu, Pauloni waan gudda askartitiini jed'e, Siini dubbachu fed'a. Inni, Afaani Griki dubbachu imbeeta? jed'e gaafate.


Eegi dubbi tiyya qorani, na gadilakisu fed'ani, waan wonti anini duu maleefi tokoleeni injirreefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite