Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 21:35 - KITAABA WAAQA

35 Afaani balbala geennaani, askartiini maro dalansu gumitiifi Paulo hampaarte.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 21:35
8 Referans Kwoze  

Inni ee jennaani, Pauloni afaani balbala eje harkaani biyya ch'allisiise. Worri ch'allimnaani, inni afaani Ebraniatiini worrati dubbate waan jed'eeni:


Nami waan hamtu tolche Waaqa lakisu ya lafa ira dabre; worri hameenna gula yae irreeni nama dabse. Maro Waaqi worra abaareefi, lafti boote marrileeni gogoge.


Hiyo! isani hameenna tolchitani ch'alla hereddani. Lafa keesaleti nama d'aantani balleesitani, akasiini wollaala tolchitani.


Ee Aabbo, nyaapa kiyya afaani wolwolaalchisi! Anini dira keesa nama woldiduufi ka woldabsu arga


Waan inni nama oobru eeguuni jed'e Ilaali, ganna sadi mid'aani mukha odaa kana iraa fed'ad'e d'abe. Muri; maafi lafa d'owata?


ammo guddaani keenna Lisiani d'ufe irre guddooni harka keenna keesaa isa fuud'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite