Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 21:32 - KITAABA WAAQA

32 Inni maro tokotu askartiifi jara gugurda askarti fuud'e, gara worra suni oriani. Gudda askartitiifi askarti arginaani Paulo d'aanu lakisani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 21:32
8 Referans Kwoze  

Yahudiini nama kana qabde diquma inijeesiini. Anini askarti woliini d'ufe isa baase, aka inni gosa Rumi d'ageennaani.


Worri dubbi isaa quufe, ergattu yaamani d'aanani, aka worri deebie maqa Yeso Kristotiini nama imbarsiimne seeraani gallakisani.


Isani maanifi gumi tiyya dabsitani hiyyeesa balleesitani? Dubbi tana, ana, AABBO Waaqa guddati, jed'e.


Ammalle inni Mana Waaqale t'ureesu feenaani nu isa qamne. Nu akuma aada teenna gula duuba isaa qoru feene,


Anini waan jed'eeni, Aabbo, worri aka anini maneeni Waaqa iti kad'atani ch'ufa keesati nama si d'ugefate hid'e d'aane imbeekha.


Nami ch'ufti Sosthene, gudda mana Waaqa iti kad'atani qabe fulla qorsumati geesani d'aanani. Ammo Galioni waan kana tokole iyaalle.


Jennaani askartiifi namicha gudda worraatiifi hojattuuni Yahudiini ergite Yeso qabde hiite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite