Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 20:26 - KITAABA WAAQA

26 Tanaafi anini guyya kana isani durati hima, aka d'iigi nama tokoleeni na gubbaa injirre.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 20:26
14 Referans Kwoze  

Yahudiini isa didde arabsinaani, inni woya hargufate waan jed'e, D'iigi keesani mata keesani gubba ha jiraatu, anini qulqullo, arraa achi anini gara gosa d'ibi deema.


Gumiini ta gaafa inni Lazaro awaala keesaa yaame duisa keesaa kaase isa woliini jirtu taani waan gaafasi agarte ch'ufa odeesite.


Waan anini isaniti himu, haguma dandaani kennani, ammalle waan suni ira;


Garaa keesani keesati fulla nuu mid'aasa. Nu wollaala namutu intolchine, namu imballeesine, yokhaani woma nama ira imfud'anne.


Anini Waaqa ka d'uga tiyya yaamad'a, inni garaa kiyya imbeekha! Anini aka isani ingaargalchineefi Korintho d'aqu dide.


Anini aka worri Waaqa guddo jaalatu d'uga intahaafi. Ammo beekha gulaaniti.


Nami waan kana arge la d'ugeese, dubbini isaa d'uga. Aka d'uga dubbatule inni imbeekha, aka isanileeni d'ugefattani.


Nama gara Waaqa gubbaati d'uga na tahe na dubbatutii jira.


Daudini odu tana d'agaye jennaani waan jed'e, AABBO Waaqi imbeekha aka anaafi nami kiyya ch'ufti ijeecha Abineri keesa injirre.


Hurrifte nama tokole harka ira inkayiini. Daba nama tokole keesa inseeniini, ufi qulqulleesi.


Anini arra ya isaniti hime, ammo isani waan AABBO Waaqi, Beeni worra kanati himi naani jed'e, ch'ufa guutu diddani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite