Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 2:8 - KITAABA WAAQA

8 Nu ch'ufti akami worra kana ka afaani keenna ka nu iti d'alanne dubbatu d'ageenna re?

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 2:8
5 Referans Kwoze  

Abbaani isaa Zekariani Lubbu Qulqullooni guutamnaani fage waan jed'e,


Nami ch'ufti guddo maadefate waan jed'ani, Me ilaala, worri dubbatu kunini ch'ufti worra Galilayatiyu?


Nu worra Parthi, worra Medi, worra Elami; ammalle ka lafa Mesopotamia, ka Yudea, ka Kapadokia; worra Ponto, ka Asia,


aka nami ch'ufti huji tante jabdufi guddinna finna keeti beekhu.


Gumi keesaleti Waaqi ya nama ch'ufa fulla ufi kenneefi: qaraa fiit'e ergattu, ta lameeso raagoota, ta sadeeso barsiiftu; duuba jara waan mama tolchuufi ka d'ukuba fayyisufi ka nama qarqaarufi ka nama dura deemuufi jara afaani d'ibiini dubbatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite