Huji Ergattu 2:2 - KITAABA WAAQA2 Maro tokotu wonti aka bubbe bubbiftu toko gubba gadi buute mana worri keesa tatau kaani guutte. Gade chapit la |
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Gadibai me, gaara gubba na dura eji. Jennaani AABBO Waaqi d'aatu isaa dabre, bubbe jabdu gaara ch'ach'absite d'akha fafalansitu gadi buuse — ammo AABBO Waaqi bubbe suni keesa injiru. Bubbeeni taani dabarte jennaani lafti chochote — ammo AABBO Waaqi chochoiti lafa suni keesale injiru.