Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 2:15 - KITAABA WAAQA

15 Jari kuni imachoomne, dubbini akasiiniti; wonti akanatiifi ammiti saa sadi ka diiramaati.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 2:15
5 Referans Kwoze  

Isiini waan jetteeni, Aabbo akasiniti, anini machi inqabu, womale ind'unne, anini niiti guddo gaargala qabdu, tanaafi anini AABBO Waaqa kad'ad'e gaargala kiyya ch'ufa iti himad'e.


Saa sadi fulla gabaya d'annaani, nama huji inqamne arge


waan jed'eeni, Nami ch'ufti qara daad'i dansa namaa kenna, duuba eegi nami d'uge quufe yoosi ta hagana ingeenne namaa kennani. Ammo atini daad'i ira dansa eege hambifte amma namaa kennita.


Ammo tunini waan raagi Yoelini dubbate,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite