Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 19:37 - KITAABA WAAQA

37 Isani jara kana armati d'uftaniini, ka waan mana Waaqaa inhatiini, yokhaani waaqa keenna inarabsiini.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 19:37
5 Referans Kwoze  

Nu nama tokole ka wollaala huji teenna argu imfeenu, tanaafi gufu daandi nama tokole keesa kayu imfeenu.


Ka d'iirafi nad'eeni wolbarate garayu wolintolfati jettu ufi ma tolchita? Atini ka waan harkaani boch'ani jibbite, maneeni waaqa isaani keesa wo hatta?


Yahudifi gosa d'ibiifi gumi Waaqaa ingufachiisina.


Pauloni ufii dubbate waan jed'e, Anini Seera tokole iyakine aada Yahuditiifi Mana Waaqatiifi hayyu Kaisari duraleti.


Aka nami waan kana dandae imormanne imbeetani, tanaafi ch'allisa, woma iyakina!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite