Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 19:33 - KITAABA WAAQA

33 Nami gari, Iskandati wo yake jed'e, waan Yahudiini biyya dura isa d'aabdeefi. Jennaani Iskandani harkaani biyya ch'allisiisu fed'e, aka sila worrati dubbatu.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 19:33
11 Referans Kwoze  

Ammo inni harkaani akheekhe, Ch'allisa jed'eeni; duuba aka Aabbooni hid'aansa keesaa isa baase worrati hime. Ammalle waan worraani jed'e, Beena, waan kana Yakobofi oboleyaani taaniti hima. Inni duuba ufi kae gara d'ibi d'aqe.


Iskandani, ka tumtu, waan hamtu na tolche; Aabbooni waan inni na tolche isa tolchiinna.


Himenayofi Iskandani jara kana keesa jirani anini ya harka Sheet'anati worra kenne, aka worri iti deebie Waaqa inarabsine.


Isani hojja ch'ufa qalbi tiyya keesa jirtani! Tanaafi anini hojja ch'ufa waan keesani akasi heregu male. Isaniini ch'ufti ya eeba Waaqi naa kenne tana qoodattani, ana ka amma hid'aansa keesa jiruufi gaafa anini duri diida jirule, aka Odu Dansa suniifi dubbad'e isi jabeesu.


Jaallabi harka Pauloti qabe, Dubbad'u, jed'eeni. Pauloni waan jed'e, Anini aka atini dubbi lafa tana ganna heddu qorte imbeekha, tanaafi anini ingammada, maro si durati ufii dubbad'uufi.


Inni ee jennaani, Pauloni afaani balbala eje harkaani biyya ch'allisiise. Worri ch'allimnaani, inni afaani Ebraniatiini worrati dubbate waan jed'eeni:


Jennaani Pauloni olkae, harka olfud'ate waan biyyaani jed'e. D'iiro, worra Israelitiifi gosa d'ibile ta Waaqa d'ugefattu, na ch'aqasa!


Inni gabaanaani dubbachu dad'abe, aka inni Mana keesati daayya arge beekhani. Dubbachu dad'abe jennaani harka dadarbe.


Ammo aka inni Yahudi arginaani, nami ch'ufti qonqo tokooni haga saati lama iye, waan jed'e, Artemini ka dira Efeso ha guddatu!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite