Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 19:3 - KITAABA WAAQA

3 Inni duuba waan worraani jed'e, Batiso tamiini batifamtani re? Batiso Yohanatiini batifamne jed'aniini.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 19:3
8 Referans Kwoze  

Namichi kunini qara waan kara Aabbo barate, garaani isaa owinaani waan Yeso qajeelche dubbate barsiise, ammo batiso Yohana ch'allaa beekha.


Akasuma nu ch'ufa, Yahudifi gosa d'ibile, tisseefi balchale, ya Lubbuuni nafa tokocha kanati nu batifte, ammalle nuu ch'ufa ya Lubbu taka quufsani.


Lubbuuni Qulqullooni qara worra ira imbuune, ammo maqa Aabbo Yeso ch'allaani batifamani male.


Tanaafi fulla ch'ufa yaa, gosa ch'ufa nama kiyya tolcha: maqa Abbaatiifi ka ilmaatiifi ka Lubbu Qulqullotini aada batiso namaa kenna,


Nama ch'ufaafi worri damoosa guruleeni waan kana d'agaye; worri suni worra Seera Waaqa ka d'uga guute jennaani Yohanani batise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite