Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 19:16 - KITAABA WAAQA

16 Namichi jinni qabu kaani worrati kae dabsate, mata d'od'oose woya ira tatarsaase, mana keesaa gusse.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 19:16
8 Referans Kwoze  

Wonti inni akana jed'eefi waan Yesoni jinniini, Namicha keesaa bahi jed'eefi jinniini maro heddu isa qabde; ato harkafi miila haada sibiilatiini hid'anile inni haada sibiila ch'abse, jinniini alati isa arite.


Yesoti d'ufani, namicha jinni gumi qabu kaani, ka achi tau argani, ka woya uyifate, qalbi ufi qabu.


Jennaani beenni waan tahe argu d'aqe, Yesoti d'ufe, nama kaani ka jinniini keesaa baate qalbiini iti deebite woya uyifate fulla miila Yeso tau argani. Duuba guddo sodaatani.


inni olch'ee ejate deeme. Jennaani worra woliini Mana Waaqa seene, olch'ech'ee Waaqa faarse.


Jinniini waan worraani jette, Anini Yeso imbeekha, Paulole imbeekha, ammo isani eennu kana?


Yahudifi Grikiini Efeso keesa jirtu ch'ufti waan kana d'ageennaani guddo sodaatte, maqaani Aabbo Yesoleeni guddifame.


Nu isani balchoomsina nama suniini jed'ani, ammo worri ufiyu tissele waan hamtu, wonti akanatiifi naminu tisse waan isa dabsate ch'ufaati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite