Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 19:15 - KITAABA WAAQA

15 Jinniini waan worraani jette, Anini Yeso imbeekha, Paulole imbeekha, ammo isani eennu kana?

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 19:15
12 Referans Kwoze  

Inni nama d'ukuba gosa ch'ufa qabu fayyise, jinni heddule nama keesaa baase, isi dubbachu d'owe, waan isiini isa beetuufi.


iye waan jed'e, Atini maani nura qabda, Yeso Nazareti? Nu balleesu d'ufte? Anini si beekha, atini Qulqullo Waaqaati.


Ilmaani torbati jira, ta Qaallicha Yahudi Gudda, ka Skewa jed'ani, ta waan kana tolchite.


Namichi jinni qabu kaani worrati kae dabsate, mata d'od'oose woya ira tatarsaase, mana keesaa gusse.


Aka Waaqi toko ya d'ugefatte? Guddo dansa. Ilaali, jinnileeni ind'ugefatti, ammalle sodaatte holatti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite