12 Yo bututufi woya isaa nama fayya inqamneti geesanile, hojuma suni fayyani jinniini keesaa baati.
Maro waan kanatifi nama fayyad'abe sireefi itile ira ch'iifsisani karaati geesani, aka yo Petroni achi dabru gandiduni isaa worra ira baatu.
Ammalle akheekhi kuni worra d'ugefatu keesa mullata: maqa kiyyaani jinni nama keesaa baasani; afaani d'ibiini dubbatani;
Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.