Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 18:7 - KITAABA WAAQA

7 Inni kae deeme, mana nama toko, ka Tito Yusto jed'ani, ka Waaqa guddisu d'aqe. Mani isaa d'awatu mana Waaqa iti kad'atani jira.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 18:7
9 Referans Kwoze  

Niitiini toko, ta Lidia jed'ani, ta woya didiimtu gurgurtu, ta dira Thiatira, ta Waaqa guddiftu, nu ch'aqafte. Aabbooni garaa isi bane, isiini waan Pauloni jed'e d'ageete.


Yesoni ka Yusto jed'anileeni nagaya d'aama. Worri Yahudi ka d'ugefate, ka Finna Waaqati jed'e nu woliini hojatu jara kana ch'alla; worri guddo na qarqaare.


Nami gari d'ugefate, Paulofi Sila woliini yae; jara Griki ka Waaqa sodaatufi nad'eeni gurra qabdu hedduleeni d'ugefatte.


Ato worri mana Waaqa iti kad'atani keesaa yau, gumiini aka dubbi tana Sabato d'uftule iti hasaani kad'atte.


Worri waan jed'e, Kornelio gudda askarti, nama d'uga, ka Waaqa d'ugefatu, ka gochiti Yahudi ch'ufti saadu, afaani malaika qulqullo tokotiini Waaqi gorse, aka inni mana isati si yaame dubbi tante d'agayu.


Inni nama dansaa ka Waaqa sodaatu, isaafi worri isaaleeni. Inni guddo maro Waaqatiifi wo namaa kenne, guyya ch'ufale Waaqa kad'ata.


Aka Waaqi nama daba qabu inch'aqamne imbeenna; ammo nama Waaqa kad'ate fed'i isaa tolchu Waaqi inch'aqasa.


Eegi gumiini gargari baate Yahudi heddufi nami aada Yahuditi gale hedduuni Paulofi Barnaba gula yaani. Worri worraani hasae, Eeba Waaqa keesati jabaad'a jed'e gorse.


Ammo Yahudiini taani nad'eeni dira suni ta gurra qabdu ta beekhanifi, nama gugurda dira sunilee, Paulofi Barnabati kaafte lafa suni keesa gussite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite