Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 18:26 - KITAABA WAAQA

26 Soda male mana Waaqa iti kad'atani keesati barsiise. Prisilafi Akilani waan isaa d'ageennaani fuud'ani, Kara Waaqa haga qara ira barsiisani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 18:26
23 Referans Kwoze  

Tanaafi barsiisa qara ta Kristo lafa d'aamne, dura deemne ta hagasi ira jajabdu barachuu malle. Nu waan yayaba d'ugefacha teenna deebine keyannufi inqamnu; ta aka huji woma imbaane iraa deebiitifa Waaqa d'ugefacha fa barsiisa waan batisotiifi ta harka ira kayanifi kaisa nama duetiifi qorsuma hegeri d'uftu.


Tanaafi ilti dandeete mataani, Anini si imfed'u injettu. Yokhaani mataani miilaani, Anini si imfed'u injed'u.


Namichi kunini qara waan kara Aabbo barate, garaani isaa owinaani waan Yeso qajeelche dubbate barsiise, ammo batiso Yohana ch'allaa beekha.


Ergattuuni guyya heddu achi teete, waan Aabbo soda male dubbatte; ammalle Aabbooni dubbi eeba ufii d'ugeese, akheekhafi waan mama harka worraatiini tolche.


Ammo eebafi hubacha Aabbo Qarqaarsa keenna Yeso Kristo keesa guddad'a. Guddinni ka isaati, ammafi hegerile! Amini.


Nami tokoleeni ufi insobini. Nami waan guddo qalbi qabu ufi sehu, herega nama gula, ha ufi daalleesuuti, aka qaroomu.


Guyya tolfatani, nami hedduuni fulla Pauloni tau d'ufe. Inni diirama haga galgala achiti worra barsiise waan finna Waaqaa worraa diige, waan Yeso ka kitaaba Seera Musatiifi ka raagoota keesati t'aafani worra agarsiise.


Inni waan jed'eeni, Akamiini dandae mid'aafad'a, yo nami na qajeelche male? Duuba inni Filipo kad'ate aka inni gaari yaabate isa woliini tau.


Yo nami fed'i Waaqa tolchu fed'e, aka wonti ani barsiisu gara Waaqati baate yokhaani anumaani dubbad'u gargari imbeekha.


Haga Musafi raagi ch'ufati iti keyate, waan isaa ka t'aafi keesati t'aafani ch'ufa worraa diige.


Yesoni waan jed'eeni, waan anini isaniini jed'u, Nama qabu ch'ufa iti daraniifi, ammo ka woma inqamne waan diqo inni qabule iraa fuud'ani.


D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami aka ijoolle ufi tolche Finna Waaqa imfud'anne diqole inargatu.


AABBO Waaqi waan jed'u, Lalabi, aka magalata iyyii! Worra kiyya ka Yakobo, wollaalafi ch'ubbu worri tolche iti himi!


Gorsi nami wobeekhu nama isa d'agau gorsu qube worqitiifi yokhaani faaya worqi ch'uch'uluqa ira jira.


Wonti atini nama qarooti himtu ch'ufti qarooma dartifi. Wonti atini nama qajeelati himtu ch'ufti beekha isa darti.


Mammaasi kunini nama wobeekhule beekha dare, nama wobaratele qajeelcha,


Nami waan wo beekhu ufi sehu haga sila beekhu male imbeekhu.


Eegi waan kana, Pauloni guyya heddu achi keesa tae, duuba nagaya oboleyaaniti d'aamate, hobolo seene lafa Shamu d'ufe, Prisilafi Akila woliini. Ato indeemini, Kenkrea keesati kakhate mata haadate.


Pauloni mana Waaqa iti kad'atani seene, haga jia sadi soda male dubbate, nama hedduuni wolmormani waan finna Waaqa nama barsiise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite