Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 17:8 - KITAABA WAAQA

8 Dubbi tanaani dira garagalchani gumifi jara gugurda ch'ufa jarjarsani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 17:8
5 Referans Kwoze  

Yo akanati lakimne, nami ch'ufti isa d'ugefata, duuba Rumiini d'ufte Mana Waaqaatiifi gosa teenna balleesiti!


Waan kana d'ageennaani, Herodefi nami Yerusalemu ch'ufti rifate.


Yo Mana Waaqatiifi jaarolefi nama gugurda dura isani geesani, waan deefattaniifi waan dubbattani iyaadiina.


Yasoniti worra bulche. Ammalle worri kuni ch'ufti seera Kaisari ch'abse waan jed'u, Hayyu d'ibiti jira ka Yeso jed'ani.


Jaaroleeni Yasonifi jara kaani hori iraa fuunaani galakifte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite