40 Paulofi Barnabani mana hid'aansa keesaa yaani mana Lidia d'aqani. Achiti oboleyaani arginaani jabeesani kaani yaani.
Niitiini toko, ta Lidia jed'ani, ta woya didiimtu gurgurtu, ta dira Thiatira, ta Waaqa guddiftu, nu ch'aqafte. Aabbooni garaa isi bane, isiini waan Pauloni jed'e d'ageete.
garaa worra d'ugefate jabeese aka d'ugefacha keesa taani gorse waan jed'e, Nu gaargala guddaani Finna Waaqa argachu malle.
Eegi gallakisani, worri gumiti dachae, waan qaalole gugurdofi jaaroleeni worraani jette ch'ufa gumiti hasaani.
Oboleyaani ta Listrafi Ikonio jirtu, Nama dansa isaani jette.
Eegi bulti diqo, Petroni jiddu oboleyaani keesa olejate (ka worri ch'ufti wolti nama d'ibba tokofi diddama) waan jed'eeni,