Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 16:26 - KITAABA WAAQA

26 Maro tokotu lafti chochoote, yayabi manaleeni chochoe. Hojuma suni balbalti ch'ufti banamte, haadi namaani hid'ani hiikhate.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 16:26
15 Referans Kwoze  

Eegi Waaqa kad'atani, fullaani worri iti kad'atu chochoote, worri ch'ufti Lubbu Qulqullooni guutame, soda male dubbi Waaqa dubbatani.


Ammo malaikaani Aabbo toko d'ufte, halkani balbala bante, worra hid'aansa keesaa yaafte, waan jetteeni,


Eegi fulla qaraatifi ta lameeso ta nami eegu dabrani, balbalti sibiila toko ta yo keesa baani dira seenani ufumaani duraa banamte. Worri alati bahe, kara toko gula yae maro tokotu malaikaani isa bira deemte.


Malaikaani Aabbo isa bira ejite, ifsaani manati ifse, malaikaani ch'inaacha Petro d'oofte, isa kaafte waan jetteeni, Hurrisi kai! Haadi sibiila kaani harka isaa iraa jige.


nama dabsanile dubbate nama beela qabule beela baasa. AABBO Waaqi nama hid'aansa keesa jiru hiikhe,


Jennaani maro tokotu lafti chochote, malaikaani Aabbo toko gubba gadi buute, d'akha gangalchite gubba teete.


Atini balla ila bante, nama hid'aansa dukanaa keesa tau keesaa baafta.


Inni waacha worra hid'aansa keesa jiru d'agaye, nama duisa iti murani gad'iisa.


Hojja suni lafti chochoote, qooda kud'anneeso ka dira hobaasani, nami kunki torba, lafti chochoonaani, raawate. Nami hafe sodaate jabeenna Waaqa ka gubbaa faarse.


AABBO Waaqi guddaani yayu lubbu isaatini na guute. Inni yayu na muude na erge, aka anini odu dansa hiyyeeyiti odeese, nama guddo garaani laalala qabu fayyise, nama hid'aansa keesa jiru ha hiikhaani jed'e, nama hid'anile hiikha.


Oanna nama hid'aansa keesa jiru ch'aqasi irre tante guddooni nama ijeecha iti murani baasi.


Jennaani anini Ilme Hoola ta beesisa jaeeso ch'absitu arge. Lafti guddo chochoote, aduuni aka hagogo guratofte, jii aka d'iiga diimate;


Inni nama ch'eekho qabu worra kenneefi nama hid'aansa keesa jirule hiikhe balchoomse, ammo nama isa didu lafa aloo ta d'eebichati galcha.


worri koora ira kayeefi jennaani yaabate, kae iti d'aabate, reefa raaga kaani ka karaa keesa ch'iisu, ka harreefi nyeench'i kaani ufuma bira ejaanjani arge, nyeench'i reefa suni inyaanne harreele woma intolchine.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite