Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 16:25 - KITAABA WAAQA

25 Saa jaa ka halkani Paulofi Silani Waaqa kad'atani sirbani, nami hid'aansa keesa jiru ch'ufti worra d'agaye.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 16:25
38 Referans Kwoze  

Oboleyaani tiyya, yo gaargala aka heddu argattani, aka gammada heregad'a;


Anini halkani guddo damaqe kae, maro qorsumaani tante waan d'ugaatifi si faarsa.


Gaargala keenna keesaleti ingammanna, waan nu aka gaargali obsaani d'ufu beennuufi;


Anini halkani ch'ufa herega guddaani bule waan ufiini jed'u:


Gaafa lafa jiru, Yesoni qonqo guddofi imimaaniini aka male Waaqa kad'ate, ka dandae duisa keesaa isa baasu. Waan inni Waaqa sodaateefi Waaqi isa d'agaye.


Dubbi faarutiifi ta sirba Waaqaatiini wolhasaa; faaru Aabbo garaa keesani keesati gammadaani d'ahad'a.


Anini amma waan maro teesanii gaargaleefi gammada. Wonti akanatiifi, maro gaargala nafa kiyyatiifi, anini gaargala Kristoni maro nafa isaatiifi gaargale ka hafe hobaasa. Nafi isaa gumi isaati.


Abdiini teesani gammada isanii kennina, gaargala argattani obsaa, hojja ch'ufa Waaqa yaamad'a.


Hojja gaargali isaniti d'ufu, na yaamad'a; anini d'ufe, isani baase, isanileeni na faarsitani.


Ammo worri Waaqa worra uume, ka gaargala keesale worra qarqaaru, qarqaarsa inkad'atu.


Ammo isani gumiini Waaqa, akuma halkani hojja jila tolfattani gammadaani sirbitani gammadaani. Isani akuma nami hojja fulludo d'ae gammade Mana Waaqa jaba Israeli d'aqu tahu, gammadaani.


Waan atini aka jaba na qorqorateefi, jireenni kiyya yayu akheekha nama hedduu tahe.


Anini hojja ch'ufa AABBO Waaqaa galata deebise, guyya ch'ufale,


Ayyaana keesani yo maro maqa Kristotiifi isani arabsani; wonti kunini aka Lubbuuni Waaqa, ta guddinna, gara keesani d'ufte agarsiifti.


Mala kiyya, d'iiga kiyya aka sorio ta aadaani teesani maro d'ugefachatiifi Waaqaa baaftu akasuma jissani. Yo akasi taate, anini gammade duuba nu ch'ufti wolumaani qilit'amna.


ato nu lalefannele, nu hojja ch'ufa gammada qamna; hiyyeeyi fakaanna ammo nama heddu duroomsina; waan woma qamnu imfakaannu ammo waan ch'ufa inqamna.


Ergattuuni ta gammada qabdu kaate jaarole kora biraa yaate, waan Waaqi maro maqa Yesotiifi gaargalafi ch'eera worratiini d'ufeefi.


Duuba Yoshua, qaallicha gudda ch'aqasi, ammalle qaalole wahela isaa isanileeni ch'aqasa, isani akheekha dansa milki ka d'ufu: anini hojattu tiyya ta Dame jed'aniini d'ufa!


Ee AABBO Waaqa, anini halkani si qaabad'e, waan seera keeti herega


AABBO Waaqi ha jaalala isaa ta ind'umanne guyya na garsiisu, aka anini halkaniini faaru Waaqa na jireesuuni kad'ad'u d'aad'u.


Waan inni guddo gaargala qabuufi guddise kad'ate; damfi isaa lafati ch'och'obe d'iiga fakaate.]


Hojja worri na yaamatu anini jalaa owaad'a; hojja worri gaargala keesa jiru anini worraa wahelcha. Anini worra baase ulfinna kennaafi.


Hojja gaargala anini AABBO yaamad'a; anini halkani ch'ufa harka isa dura qabad'e isa kad'ad'a. Ammo waan garaa na jabeesa inargad'u.


Nami gaargala qabu jiddu teesani keesa jira? Ha Waaqa kad'atuuti. Nami gammada qabu jira? Ha faaru d'ahatuuti.


Ee Waaqa kiyya, anini guyya si yaamad'a, ammo atini na ch'aqasu didda. Halkanile si yaamad'a, ammo boqota inargad'u.


Jennaani ergattufi jaarolefi gumiini ch'ufti ee jette, worra gugurda gumi Waaqaa keesaa nama ufi fohate Antiokiati ergite, Paulofi Barnaba woliini: toko Yuda ka Barnaba jed'ani kaaleni Sila.


Abbootiini isii hori duri ira argattu aka d'abdu arginaani Paulofi Sila qabani gabayati hirkisani, jaarole dura geesani,


Inni hojuma suni halkaniini worra fuud'e, mada worraa d'iqe. Isaafi worri isaleeni ch'ufti hojuma suni batifamani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite