Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 16:10 - KITAABA WAAQA

10 Inni daayya suni arginaani, nu maro tokotu aka Makedonia yaanu buufanne, waan aka Waaqi nu yaame, Odu Dansa iti odeesa nuuni jed'e mid'aafanneefi.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 16:10
14 Referans Kwoze  

Odu Dansa achiti odeesite.


Aka nu lafa Taliana hobolooni deemu buufannaani worri Paulofi nama hid'aansa keesa jiru d'ibile harka namicha gudda askarti toko ka Yulio jed'aniti kenne, Yulioni gumi askarti Rumi ta askarti hayyu jed'ani keesa guddinna qaba.


saa jaa ka guyya, ee hayyicha, anini ifsa gubba nati ifsu, ka adu ira ifsu, kara keesati arge, ka naafi jara na woliini yauti ifsu.


Tanaafi hojuma na yaamani suni anini dubbi male isaniti d'ufe; duuba anini isani gaafad'a maafi na yaamtani?


Anini harifad'e seera kanke guuta.


Yarediini ganna d'ibba tokotifi jaatami lama tae ilma isaa Henoko d'ale.


Nama Yeso tokoti dira Damaski keesa jira, ka Anania jed'ani. Daayya keesa Aabbooni isaani dubbate, Anania jed'e yaame. Inni waan jed'eeni, Anini kuno, Aabbo.


Halkani toko Pauloni daayyaani wo arge. Nami lafa Makedonia toko isa dura ejate isa kad'ate waan jed'eeni, Makedoniati kooti, nu qarqaari.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite