Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 15:35 - KITAABA WAAQA

35 Paulofi Barnabani Antiokia keesa taani, dubbi Aabbo barsiisani nama d'ibi heddu woliini hasaani.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 15:35
11 Referans Kwoze  

dubbi tana barsiisi, hojja ch'ufa odeesi, yo fed'anifi yo imfeenele namaa galchi, gorsi, jabeesi, obsaani barsiisi.


Tanaafi nu waan Kristo nama ch'ufati odeesina. Nama ch'ufa gorsineti barsiimna, qalbi teenna ch'ufaani, aka nami ch'ufti Kristo keesati guddate fuula Waaqa duraani d'umnu.


Gumi Waaqa ta lafa Antiokia jirtu keesa, raagootafi nama wo barsiisu jira. Worri suni Barnabafi Simoni ka Guraacha jed'aniifi Lukio ka lafa Kirenetiifi Manaeni ka hayyu Herode woliini guddateefi Saulo.


Maro waan kanatifi aka anini ergattufi, barsiiftu gosa d'ibi tahu na ergani, aka d'aamsa d'ugefachaatifi ka d'ugaa odeesu. Anini kiyyibuuti injiru d'uga dubbachuu jira!


Inni waan Finna Waaqa iti hasae, waan Aabbo Yeso Kristo soda male nama barsiise, nami tokoleeni isa ind'owarre.


Duuba guyya heddu jara d'ugefate suni woliini taani.


Duuba worri gargari firfirfame kaani fulluma ch'ufa yae dubbi Waaqa odeese.


Barnabafi Sauloni huji ufi hobaafannaani Yerusalemu keesaa galani, Yohana ka Mariko jed'ani woliini yaani.


Hayyuuni kaani waan kana arginaani d'ugefate, waan barsiisa Aabbo guddo mame.


Ammo Silani achi tau fed'e.]


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite