15 Dubbini raaga waan kanaani wolfakaatti. Akuma t'aafiini jettu,
Wonti akanatiifi Aabbooni akasi nuti mure waan jed'e, Anini ifsa gosa d'ibi ya si tolche, aka baafama namaa taatu, haga muumme lafa.
Tanaafi eegad'a, aka wonti kunini ta raagi dubbate isaniti ind'umne ta,
Eegi waan kana anini deebie, Mana Daudi ka lafati jige ijaara; ammalle hoofa deebie olqabe, maro lameeso ijaara.