Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 13:33 - KITAABA WAAQA

33 Waaqi nuu ilmaani worraati guute, waan Yeso duisa keesaa kaaseefi. Akuma Faaru lameeso keesati t'aafani, Atini ilma kiyya, guyya kana anini ya Abba kanke tahe.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 13:33
10 Referans Kwoze  

Hayyichi waan jed'u, Anini waan AABBO Waaqi jed'e, biyyati hima. Inni waan nani jed'e, Atini ilma kiyya, anini ya arra abba sii tahe.


Akasuma Kristoni guddinna kana ufi fud'ate qaallu gudda ufi intolchine, ammo Waaqi waan isaani jed'e, Atini Ilma kiyya, anini arra ya abbaa sii tahe.


Tanaafi duisa keesaa isa kaamnaani, jari isaa aka inni waan kana jed'e qaabate, t'aafifi dubbi Yesoni jed'e d'ugefate.


Ammo Waaqi isa kaase, gaargala duisa keesaa isa baase, waan dooti dandeete isa indabsanneefi.


Waaqi ya Yeso kana duisa keesaa kaase, nu ch'ufti d'uga waan kanaati.


Hojuma suni inni maneeni Waaqa iti kad'atani seene waan Yeso odeese, Yesoni Ilma Waaqa jed'e.


Ammo Waaqi duisa keesa isa kaase.


Ammalle waan duisa keesaa isa kaasiti, aka inni duisati indeebine, Waaqi waan jed'e, Anini eeba d'ugaatifi qulqullo isani kenna ta anini Dauditi kakhad'e.


Ammo nami Waaqi duisa keesaa kaase inshamne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite