Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 13:20 - KITAABA WAAQA

20 Duuba ganna d'ibba afuritifi shantama teennaani, inni jaallaboota worraa kenne, haga bara raaga Samueli.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 13:20
9 Referans Kwoze  

Jennaani AABBO Waaqi jaallaboota worraa kenne ka harka worra worra saamu keesaa baaftu.


Duuba worri Israeli ch'ufti, ka haga Dani eje Beershebati eju ch'ufti, aka AABBO Waaqi Samueli raaga d'uga tolche, beekhe.


Raagooti ch'ufti, Samuelifi worri eegi isaa d'ufeleeni, waan guyya kana dubbate.


Anini, haga worra Israeli woliini godaanu, taka nama anini fohad'e worra Israelitini deemu tokoleeni, maanifi mana hind'eesani jaarani na injaarini? Jed'e ingaafanne.


Takuma hayyuuni tokoleeni ka Israeli yokhaani ka Yudaleeni jila Pasaka ta akasi intolchine haga jaallabooti lafa mohate asi.


Jennaani AABBO Waaqi Gideoni, Baraki, Yefta erge, anale erge. Nu namu harka nyaapa keesaa isaani baafne, isani nagayaani teetani.


Gaafa duri bara jaallabooti lafa fidde, oolaani jabduuni toko lafa d'ufte. Jennaani namichi toko, ka dira Bethlehemu lafa Yuda keesa, niiti isaatiifi ijoolle isaa ta d'iira lamaani woliini lafa Moabuti godaane.


Inni lubbu Waaqaa argatte jaallaba Israelii tahe. Inni duula d'aqe, AABBO Waaqi hayyu Mesopotamia kaani harka isaati kenne inni isa dabsate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite