Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 12:4 - KITAABA WAAQA

4 Qamnaani mana hid'aansa keesa kaye, harka askarti kud'ani jaati kenne, aka afuri afuriini isa tissani. Eegi jilti Pasaka dabarte, inni biyya durati isa baasu fed'e.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 12:4
22 Referans Kwoze  

Petroni waan jed'eeni, Aabbo, anini kurfo jira aka si woliini deemu fulla hid'aansatiifi duisale.


Nami garaa ufi keesaa mala heddu qaba, ammo fed'uma AABBO Waaqati taha.


Ammo waan kana ch'ufa durati isani qabani gaargalchani, maneeni Waaqa iti kad'atani duraani isani d'ufani, mana hid'aansa keesa isani buusani; maro tiyyaafi hayyootafi jaallaba dura isani geesani.


Worri wold'aqe aka waan ch'ufa ka atini harka kanketiifi fed'i tantetiini qara buufatte tolchani.


Petrofi Yohana qaqabani mana hid'aansa keesa kayani, waan lafti galgalooftefi haga boriyya achuma keesati lakisani.


D'uguma, waan anini siini jed'u, Gaafa kaimooma keti mart'ifatte gara feetu deemte; ammo gaafa jaartu harka kanke d'eerefatte, nami d'ibiini si hid'e gara atini imfeene si geesa jed'e.


Fulla jilati tolchu himmalle, hegeri biyyiti inch'aarti wolinjed'ani.


Isani qabani gaargalchani duisa isaniti murani. Maro tiyyaafi gochi ch'ufti isani jibbiti.


Waan boritini koorte inkiyyibini waan jiddu tanati siti d'ufa imbeetu.


Duuba taatabe harka worra miila sasablati kennani, lafa hayyuuni fidu ch'ufati ergani. Tataabe suni waan jette, Guyya tokoti, guyya kud'ani sadeeso ka jia kud'ani lameeso ka Adari jed'ani, Yahudi ch'ufa, haguma isiini geetuuni, diqafi gudda, nad'eenifi ijoolle ch'ufa, naasu male fit'a, miha worraa ch'ufa saama guurad'a.


Ammo Sauloni gumi Waaqa guddo gaargalche, mana ch'ufa seene, d'iirafi nad'eenile hid'aansati guure.


ergattu guurani, mana hid'aansa keesa naqani.


Askartiini Yeso fannimnaani woya isaa fuute fulla afuriti toko tokooni gargari qoodate, ammalle ubaara isaale ka hod'a inqamne fuud'ani.


Fed'i AABBO Waaqa ch'allati guyya ch'ufa guutama.


AABBO Waaqi lafa Misiri keesati Musafi Harunini dubbate waan jed'e,


Guyya lamati hafe ato Pasakafi jilti Qit'a bukho inqamne ingahiini. Qaalole gugurdofi jari Seera beekhu aka d'ossaani Yeso ijeesani mariatani.


Ammalle aka wonti kunini Yahudi gammachiiftu arginaani Petrole qabe. (Gaafasi guyya jila qit'a bukho inqamneti.)


Tanaafi Petro hid'aansati lakisani, ammo gumiini guddo Waaqa isaa kad'atte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite